Poolisiin kibba Indiyaa bulchiinsa Kaarnaataakaa nama ganna 78, 1965tti gafarsa lamaafi ilmoo gafarsaa tokko hateera jedhe himate. Gaanaapaatii Viitaal Waagoor waggaa 58 dura yeroo jalqabaaf nama ...