Ibsa waa'ee suuraa, ''Faannoon nagaafi nageenya uummata Amaaraa eeguuf'' kaayyeffate jedhu hoogganaan Faannoo. Maxxanfame 7 Muddee 2023 Ebla darberraa eegalee Naannoo Amaaraa keessatti muddamni uumame ...